OBN (@obnoromiyaa) 's Twitter Profile
OBN

@obnoromiyaa

OBN -The voice of the people!

ID: 786572971

linkhttp://www.obn.et calendar_today28-08-2012 08:57:40

2,2K Tweet

8,8K Followers

125 Following

OBN (@obnoromiyaa) 's Twitter Profile Photo

Biyya tajaajiluun carraa; ergama bahachuun ammoo injifannoodha.- Ministira Muummee Dr. Abiyyi Ahimad. Biyya tajaajiluun carraa; ergama bahachuun ammoo injifannoodha jedhan Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimad.

Biyya tajaajiluun carraa; ergama bahachuun ammoo injifannoodha.- Ministira Muummee Dr. Abiyyi Ahimad.

Biyya tajaajiluun carraa; ergama bahachuun ammoo injifannoodha jedhan Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimad.
OBN (@obnoromiyaa) 's Twitter Profile Photo

Asxaan Magaalaa Shaggar! Asxaan Magaalaa Shaggar mallattoofi agarsiiftuu eenyummaa Ummata Oromoo kan ta'e, Sirna Gadaafi Odaa kan of keessatti hammate dha. Faayamni Faajjii Gadaafi Ardaan ilaalama guutuu mallattoo geengootiin irra jiru, eenyummaa Ummata Oromoo kan ibsuudha.

Asxaan Magaalaa Shaggar!

Asxaan Magaalaa Shaggar mallattoofi agarsiiftuu eenyummaa Ummata Oromoo kan ta'e, Sirna Gadaafi Odaa kan of keessatti hammate dha. 

Faayamni Faajjii Gadaafi Ardaan ilaalama guutuu mallattoo geengootiin irra jiru, eenyummaa Ummata Oromoo kan ibsuudha.
OBN (@obnoromiyaa) 's Twitter Profile Photo

“ትልቅ ሀገር ነው ያለን፤መበልጸግ እንችላለን” -ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አህመድ

“ትልቅ ሀገር ነው ያለን፤መበልጸግ እንችላለን” -ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አህመድ
OBN (@obnoromiyaa) 's Twitter Profile Photo

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad erga baga geessani Ayyaana Qillee Dabarsan. Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimad erga baga geessani Ayyaana Qillee Bara 2015 dabarsaniiru.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad erga baga geessani Ayyaana Qillee Dabarsan.

Ministirri Muummee Itiyoophiyaa  Dr. Abiyyi Ahimad erga baga geessani Ayyaana Qillee Bara 2015 dabarsaniiru.
OBN (@obnoromiyaa) 's Twitter Profile Photo

Istiiven W Omaamoo, kitaaba isaanii Waraanaa Kaaba Itiyoophiyaa ture irratti barressaniin, maqa balleessiin waa'ee Itiyoophiyaa oofamu maalif akka ta'e seenaawwan hin dhagahamne qooduudhaan madaallii barbaachisaa ta'ee dhiyeessuusaa himan MM.

Koreen Qindeessituu Farra Malaammaltummaa Biyyaaleessaa hojiilee hanga ammaatti raawwate gamaaggame. Koreen Qindeessituu Farra Malaammaltummaa Biyyaaleessaa hojiilee hanga ammaatti raawwate, bakka Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad argamanitti gamaaggameera.

Koreen Qindeessituu Farra Malaammaltummaa Biyyaaleessaa hojiilee hanga ammaatti raawwate gamaaggame.

Koreen Qindeessituu Farra Malaammaltummaa Biyyaaleessaa hojiilee hanga ammaatti raawwate, bakka Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad argamanitti gamaaggameera.
OBN (@obnoromiyaa) 's Twitter Profile Photo

Ministirri Muumee Dr. Abiyyi Ahimad Mana Amantaa Ortodoksii Itiyoophiyaa Abuudaabiitti ijaarramaa jiru daawwatan. Ministirri Muummeen Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimad Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Itiyoophiyaa Abuudaabiitti ijaarramaa jiru daawwataniiru.

Ministirri Muumee Dr. Abiyyi  Ahimad Mana Amantaa Ortodoksii Itiyoophiyaa Abuudaabiitti ijaarramaa jiru daawwatan.

Ministirri Muummeen Itiyoophiyaa Dr.  Abiyyi  Ahimad Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Itiyoophiyaa Abuudaabiitti ijaarramaa jiru daawwataniiru.
OBN (@obnoromiyaa) 's Twitter Profile Photo

Ayyaan Cuuphaa Bara 2015'f Baga Geessan. OBN, Sagaleen Ummataa Baga Ayyaana Cuuphaa Bara 2015'f Nagayaan Geessan jedha. Ayyaanni kan Milkii,kan Jaalalaa,kan Nagayaafi kan Tokkummaa akka tahuus hawwa. OBN Sagalee Ummataa.

Ayyaan Cuuphaa Bara 2015'f Baga Geessan.

OBN, Sagaleen Ummataa  Baga Ayyaana Cuuphaa Bara 2015'f Nagayaan Geessan jedha. Ayyaanni kan Milkii,kan Jaalalaa,kan Nagayaafi kan Tokkummaa akka tahuus hawwa.
OBN Sagalee Ummataa.
OBN (@obnoromiyaa) 's Twitter Profile Photo

"Wishing the people and government of China a Happy Lunar New Year and best wishes in the Year of the Rabbit."- PM Dr. Abiyi Ahimed.

"Wishing the people and government of China a Happy Lunar New Year and best wishes in the Year of the Rabbit."- PM Dr. Abiyi Ahimed.
OBN (@obnoromiyaa) 's Twitter Profile Photo

FM’n Gimbii MH 99.2 tamsaasa yaalii eegale. Jalqabbiin tamsaasa yaalii FM Gimbii MH 99.2 kunis hoggantoota Naannoo fi Godinaatiin daawwatameera. Daarektarri Olaanaa OBN, Obbo Gizaachoo Gabbisaa, Miidiyaan aadaa, safuu fi duudhaa uumanni Oromoo qabu baasee kan mul’isudha jedhan.

FM’n Gimbii MH 99.2 tamsaasa yaalii eegale.
Jalqabbiin tamsaasa yaalii FM Gimbii MH 99.2 kunis hoggantoota Naannoo fi Godinaatiin daawwatameera. 
Daarektarri Olaanaa OBN, Obbo Gizaachoo Gabbisaa, Miidiyaan aadaa, safuu fi duudhaa uumanni Oromoo qabu baasee kan mul’isudha jedhan.
OBN (@obnoromiyaa) 's Twitter Profile Photo

"Humnoonni guyyaa guyyaan abjuu fi gocha keenya irraa ija keenya akka kaasnu barbaadan waan jiraniif, hojiin qondaaltota waraanaa inni guddaan humna waraana hambisu ijaaruu tahu qaba" jedhan Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad.

"Humnoonni guyyaa guyyaan abjuu fi gocha keenya irraa ija keenya akka kaasnu barbaadan waan jiraniif, hojiin qondaaltota waraanaa inni guddaan humna waraana hambisu ijaaruu tahu qaba" jedhan Ministirri Muummee Dr.
Abiyyi Ahimad.
OBN (@obnoromiyaa) 's Twitter Profile Photo

"Together with the Council of Ministers, we are evaluating performance of the past six months in the picturesque location of Halala Kella - part of the ‘Dine for Ethiopia’ promise to catalyze our tourism sector."PM Dr.Abiy Ahimad.

‘’Qormaatilee hedduu waliin wal'aansoo walqabaa, dinagdeen keenya haala sirnaa'aa ta'een cimaa jira.’’- Ministira Muummee Dr. Abiyyi Ahimad. Manni Maree Ministirootaa Halaalaa Keellaatti raawwii ji'oottan jahan darbanii gamaaggamaa jiraachuus ibsan Dr.Abiyyi.

‘’Qormaatilee hedduu waliin wal'aansoo walqabaa, dinagdeen keenya haala sirnaa'aa ta'een cimaa jira.’’- Ministira Muummee Dr. Abiyyi Ahimad.  

Manni Maree Ministirootaa  Halaalaa Keellaatti raawwii ji'oottan jahan darbanii gamaaggamaa jiraachuus  ibsan Dr.Abiyyi.
OBN (@obnoromiyaa) 's Twitter Profile Photo

"Sanyiin Kaleessaa,Firii Har'aafi Galaa Boruuti."-Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahimad. Sanyiin Kaleessaa,Firii Har'aafi Galaa Boruuti jedhan Ministira Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad ergaa har'a dabarsaniin.

"Sanyiin Kaleessaa,Firii Har'aafi Galaa Boruuti."-Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahimad.

Sanyiin Kaleessaa,Firii Har'aafi Galaa Boruuti jedhan Ministira Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad ergaa har'a dabarsaniin.
OBN (@obnoromiyaa) 's Twitter Profile Photo

''Oromoon akka hin gurmoofne,akka hoggansa hin qabaanne,akka ijaaramee hin deemne, diinni irratti hojjechaa bahe.Kana bu’uurarraa qabsoodhaan cabsineerra'' jedhan, Pireezedaantiin Mootommaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaa.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad daawwannaa hojiif Itilii Room galan. Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimad daawwannaa hojiif har’a Itilii, Room galaniiru.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad daawwannaa hojiif Itilii Room galan.

Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimad daawwannaa hojiif har’a Itilii, Room galaniiru.
OBN (@obnoromiyaa) 's Twitter Profile Photo

Prime Minister Abiy Ahmed and his delegation have returned to Finfinnee concluding a successful European working visit. #PMOEthiopia

Prime Minister Abiy Ahmed and his delegation have returned to Finfinnee  concluding a successful European working visit. 
#PMOEthiopia
OBN (@obnoromiyaa) 's Twitter Profile Photo

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad haala yeroo biyyaalessaa irratti hoggantoota olaanoo waliin mari’atan. Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimad haala yeroo biyyaalessaarratti hoggantoota olaanoo Mootummaa waliin mari’ataniiru.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad haala yeroo biyyaalessaa irratti hoggantoota olaanoo waliin mari’atan.

Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimad haala yeroo biyyaalessaarratti hoggantoota olaanoo  Mootummaa waliin mari’ataniiru.
OBN (@obnoromiyaa) 's Twitter Profile Photo

Amantaa dayeeffachuun dantaa siyaasaa galmaan gahachuuf socho'uun fudhatama hin qabu-MNO. Mootummaa Naannoo Oromiyaa haala yeroo ilaalchisee ibsa laateera. Amantaa dayeeffachuun dantaa siyaasaa galmaan gahachuuf socho'uun fudhatama kan hin qabne ta’uu ibseera.

Amantaa dayeeffachuun dantaa siyaasaa galmaan gahachuuf socho'uun fudhatama hin qabu-MNO.

Mootummaa Naannoo Oromiyaa haala yeroo ilaalchisee ibsa laateera.

Amantaa dayeeffachuun dantaa siyaasaa galmaan gahachuuf socho'uun fudhatama kan hin qabne ta’uu ibseera.